Biyya Dantaafi fedhiin Biyyaalessaa keessatti kabajame uumuun Badhaadhinaafi nageenyaa itti fufiinsa qabu milkeessuuf tarkaanfiin dhaabbannoo Haaromeetti taasisuun murteessaadha.
Biyya Dantaafi fedhiin Biyyaalessaa keessatti kabajame uumuun Badhaadhinaafi nageenyaa itti fufiinsa qabu milkeessuuf tarkaanfiin dhaabbannoo Haaromeetti taasisuun murteessaadha.
Ayyaanni alaabaa akka biyya keenyaatti marsaa 18ffaaf dhaadannoowwan garaa garaatiin sirna ho'aa ta'een kabajamee oole. Sirna kabaja ayyaanichaa Moora waajjira paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa keessatti kabajamee oole kana irratti Hooggansii fi hojjetootni koomishinii Karooraa fi misoomaa Oromiyaa argamuun ayyaanicha irratti hirmaataniiru.
Waltajjichi guyyoota walitti aanan sadiif geggeeffamaa kan ture yammuu ta'u
Kaayyoon leenjii kanaa hawaasi hojiilee hojjetamu hundaaf abbummaan karoora isaa qophessuu irraa eegalee akka keessatti hirmaatu gochuun fayyadamummaa isaa karaa mirkaneeffachuu danda’u uumuuf yaadamee akka ta’e himameera.