Hojiiwwan miidiyaa fi koominikeeshinii akkasumas hojiilee ijoo karaa ogeessota ICT tiin hojjetaman karaa guutuun akka hojjetamuuf leenjii dandeetti ogeessotaa Cimsu kennuun murteessaadha. Haaluma kanaan leenjistoota ga'umsa dhimma kanaa irratti qaban Tajaajila Koominikeeshinii Oromiyaa fi Biiroo tekinooloojii fi kalaqa Oromiyaa irraa afeeruun leenjii kana ogeessota koomishinichaatiif kennamaa Jira.