Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Muxannoo hojii Wal Jijjiraa Komishinii Karoorafi Misooma oromiyaa fi
    Biiroo Karoora fi Misooma Naannoo Tigray
  • Slide Background Image

Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii kennee

  • 14 Dec 2022
  • Posted by adminiplacom
  • 0 Comments

Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaatti Daarektoreetii Qo’annoo Pirofaayilii Hawaas- Dinagdee fi “GIS”Naannoo Leenjii Oguummaa mata duree “Basic GIS and GPS” jedhu irratti Ogeessota Ragaa Aanaalee Godinoota Arsii ,Arsii Lixaa, Harargee Bahaa fi Harargee Lixaatiif Magaalaa Adaamaatti marsa 1ffaa fi 2ffaan kennamee jira.

Read More

Komishinii Karoora fi Misooma Oromiyaa Leenjiin keenne

  • 14 Dec 2022
  • Posted by adminiplacom
  • 0 Comments

Komishinii Karooraa fi MisoomaaOromiyaa fi Biiroo Paabilik Sarviisii fi  Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa waliin taa’un magaala Sabbataatti mata duree Kenniinsa Tajaajilaa fi Istaandaaridii kenniinsa tajaajilaa xiqaa jedhu irratti hojjattoota Komishinii hundaaf leenjii kennee.

Read More

Pages